Faarfannaa 94:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaaddoon* yeroo na liqimsetti,*Ati na jajjabeessite, na tasgabbeessites.*+ Roomaa 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Jabaannee dhaabbachuu keenyaan,+ akkasumas jajjabina Kitaabota Qulqulluu keessaa argamuun abdii qabaachuu akka dandeenyuuf,+ wantoonni dursanii barreeffaman hundi barumsa akka irraa argannuuf barreeffaman.+
4 Jabaannee dhaabbachuu keenyaan,+ akkasumas jajjabina Kitaabota Qulqulluu keessaa argamuun abdii qabaachuu akka dandeenyuuf,+ wantoonni dursanii barreeffaman hundi barumsa akka irraa argannuuf barreeffaman.+