-
Faarfannaa 119:49, 50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Dubbiin kee lubbuudhaan waan na turseef,
Kun isa yeroo rakkina kootti jajjabina naaf kennu dha.+
-
-
1 Pheexiros 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu ilaalchisee raajii dubbatan, waaʼee fayyina kanaa cimsanii gaafachaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.+
-