-
Maatewos 13:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Dhuguman isiniin jedha, raajonnii fi namoonni qajeeloo taʼan hedduun wantoota isin argaa jirtan kana arguuf kan hawwan taʼus hin argine;+ wantoota isin dhagaʼaa jirtan kana dhagaʼuuf kan hawwan taʼus hin dhageenye.
-