LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 8:56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 56 Abrahaam abbaan keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyicha argees gammadeera.”+

  • Efesoon 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Iccitiin kun akka amma karaa hafuuraa ergamoota qulqulluu fi raajotatti mulʼate, ilmaan namootaa warra dhaloota darban keessa turanitti hin mulʼanne;+

  • 1 Pheexiros 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu ilaalchisee raajii dubbatan, waaʼee fayyina kanaa cimsanii gaafachaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi