Faarfannaa 63:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Utuman siree koo irra jiruu sin yaadadha;Halkan walakkaas waaʼee kee nan xiinxala.+ Isaayyaas 26:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+
9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+