-
Faarfannaa 106:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Galaana Diimaa ni ifate; galaanichis ni goge;
Akkuma waan gammoojjii* keessa deemaniitti gad fageenya galaanichaa keessa isaan geggeesse;+
-
Faarfannaa 114:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
114 Israaʼel Gibxii keessaa,
Manni Yaaqoob saba afaan biyya ormaa dubbatu keessaa yommuu baʼetti,+
-
-
-