-
1 Mootota 8:58Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
58 Inni daandiiwwan isaa hundumaa irra akka deemnuuf, ajajawwan isaa, dambiiwwan isaa fi murtiiwwan isaa warra inni abbootiin keenya akka eeganiif isaan ajaje akka eegnuuf garaa keenya gara ofii isaatti haa deebisu.+
-