Fakkeenya 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+ Maatewos 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni garuu, “‘Namni dubbii afaan Yihowaa* keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu hin dandaʼu’+ kan jedhu barreeffameera” jedhee deebise.
23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+
4 Inni garuu, “‘Namni dubbii afaan Yihowaa* keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu hin dandaʼu’+ kan jedhu barreeffameera” jedhee deebise.