Keessa Deebii 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namni dubbii afaan Yihowaa keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu akka hin dandeenye akka beektu gochuuf,+ gad si qabee akka beeloftu ni godhe;+ akkasumas mannaa atis taate abbootiin kee hin beekne si soore.+ Luqaas 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yesuus garuu, “‘Namni nyaata qofaan jiraachuu hin dandaʼu’ kan jedhu barreeffameera”+ jedhee isaaf deebise. Yohaannis 4:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Nyaanni koo, fedhii isa na erge sanaa raawwachuu+ fi hojii isaa xumuruu dha.+
3 Namni dubbii afaan Yihowaa keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu akka hin dandeenye akka beektu gochuuf,+ gad si qabee akka beeloftu ni godhe;+ akkasumas mannaa atis taate abbootiin kee hin beekne si soore.+
4 Yesuus garuu, “‘Namni nyaata qofaan jiraachuu hin dandaʼu’ kan jedhu barreeffameera”+ jedhee isaaf deebise.
34 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Nyaanni koo, fedhii isa na erge sanaa raawwachuu+ fi hojii isaa xumuruu dha.+