LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ani ofii kootiin kakaʼee wanta tokko illee gochuu hin dandaʼu. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaʼettan murteessa; ani fedhii isa na erge sanaa malee fedhii ofii koo raawwachuu waanan hin barbaadneef,+ murtiin koo qajeelaa dha.+

  • Yohaannis 5:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf baʼu qaba; sababiin isaas, hojiiwwan akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, Abbaan akka na erge dhugaa baʼu.+

  • Yohaannis 17:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree+ lafa irratti ulfina siif kenneera.+

  • Yohaannis 19:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yesuus wayinii dhangaggaaʼaa sana erga dhandhamee booda, “Ni raawwatame!”+ jedhe; achiis mataa isaa gad qabee hafuura isaa kenne.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi