LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+

  • Yohaannis 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni halkan keessa gara Yesuus dhufee,+ “Rabbii,+ ati barsiisaa Waaqayyo biraa dhufe taʼuu kee beekna; sababiin isaas, Waaqayyo yoo isaa wajjin taʼe malee namni dinqiiwwan ati hojjettu kana+ hojjechuu dandaʼu hin jiru”+ isaan jedhe.

  • Yohaannis 7:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Taʼus, namoota sana keessaa hedduun isaanii isatti waan amananiif,+ “Kiristoos yommuu dhufu, dinqiiwwan namichi kun hojjete caalaa hojjetaa?” jedhu turan.

  • Yohaannis 10:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Ani isinitti himeera, isin garuu hin amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaʼee koo ragaa ni baʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi