LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni halkan keessa gara Yesuus dhufee,+ “Rabbii,+ ati barsiisaa Waaqayyo biraa dhufe taʼuu kee beekna; sababiin isaas, Waaqayyo yoo isaa wajjin taʼe malee namni dinqiiwwan ati hojjettu kana+ hojjechuu dandaʼu hin jiru”+ isaan jedhe.

  • Yohaannis 5:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf baʼu qaba; sababiin isaas, hojiiwwan akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, Abbaan akka na erge dhugaa baʼu.+

  • Yohaannis 10:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Hojii Abbaa koo nan hojjedha yoon taʼe garuu, yoo na amanuu baattan illee, Abbaan anaa wajjin tokkummaa akka qabuu fi anis Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabu+ akka beektanii fi beekuu keessan akka itti fuftaniif hojiiwwan sana amanaa.”+

  • Yohaannis 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira.

  • Hojii Ergamootaa 2:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Yaa namoota Israaʼel dubbii kana dhagaʼaa: Yesuus namni Naazireet hojiiwwan guguddaa, dinqiiwwanii fi mallattoowwan Waaqayyo karaa isaa isin gidduutti raawwateen,+ nama Waaqayyo ifatti isinitti mulʼise taʼuu isaa isinumti iyyuu ni beektu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi