Yohaannis 14:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira. Yohaannis 17:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi.
10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira.
21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi.