Yohaannis 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Wanti ani barsiisu, kan isa na erge sanaa ti malee kan koo miti.+ Yohaannis 8:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Ilma namaa erga fannistanii+ booda, ani isa taʼuu koo fi ofiin kakaʼee homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan dubbadhu akkuma Abbaan na barsiisetti+ taʼuu isaa yeroo sana ni beektu.+ Yohaannis 12:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Sababiin isaas, wantan jedhuu fi wantan dubbadhu Abbaa isa na erge sanatu na ajaje malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne.+
16 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Wanti ani barsiisu, kan isa na erge sanaa ti malee kan koo miti.+
28 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Ilma namaa erga fannistanii+ booda, ani isa taʼuu koo fi ofiin kakaʼee homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan dubbadhu akkuma Abbaan na barsiisetti+ taʼuu isaa yeroo sana ni beektu.+
49 Sababiin isaas, wantan jedhuu fi wantan dubbadhu Abbaa isa na erge sanatu na ajaje malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne.+