LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, Yesuus akkana jedhee isaaniif deebise: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Ilmi waanuma Abbaan isaa yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaʼee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaʼu.+ Sababiin isaas, waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis akkuma kanatti wantoota sana hojjeta.

  • Yohaannis 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ani ofii kootiin kakaʼee wanta tokko illee gochuu hin dandaʼu. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaʼettan murteessa; ani fedhii isa na erge sanaa malee fedhii ofii koo raawwachuu waanan hin barbaadneef,+ murtiin koo qajeelaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi