Yohaannis 6:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 sababiin isaas, ani samii irraa kanan dhufe,+ fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti.+
38 sababiin isaas, ani samii irraa kanan dhufe,+ fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti.+