Faarfannaa 86:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Amanamaa waanan taʼeef, lubbuu koo eegi.+ Waaqa koo waan taateef,Ana tajaajilaa kee isa sitti amanamu oolchi.+ Isaayyaas 41:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’
2 Amanamaa waanan taʼeef, lubbuu koo eegi.+ Waaqa koo waan taateef,Ana tajaajilaa kee isa sitti amanamu oolchi.+
10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’