Faarfannaa 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+ Faarfannaa 19:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan warqii caalaa,Warqii gaarii* hedduu caalaas gatii guddaa qabu;+Damma caalaa, nadhii dammaa dhaaba dammaa keessaa coccophu caalaas ni miʼaawu.+ Fakkeenya 24:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa ilma koo, gaarii waan taʼeef damma nyaadhu;Dammi dhaaba dammaa irraa argamu arrabatti ni miʼaawa. 14 Ogummaanis akkasuma siif gaarii* taʼuu isaa beeki.+ Isa yoo argatte, egereen kee gaarii taʼa,Abdiin kees hin badu.+
7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+
10 Isaan warqii caalaa,Warqii gaarii* hedduu caalaas gatii guddaa qabu;+Damma caalaa, nadhii dammaa dhaaba dammaa keessaa coccophu caalaas ni miʼaawu.+
13 Yaa ilma koo, gaarii waan taʼeef damma nyaadhu;Dammi dhaaba dammaa irraa argamu arrabatti ni miʼaawa. 14 Ogummaanis akkasuma siif gaarii* taʼuu isaa beeki.+ Isa yoo argatte, egereen kee gaarii taʼa,Abdiin kees hin badu.+