Faarfannaa 119:103 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 103 Dubbiin kee laagaa koo keessatti akkam miʼaawa! Afaan koo keessattis damma caalaa miʼaawa!+ Fakkeenya 16:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Dubbiin nama gammachiisu dhaaba dammaa ti,Lubbuutti* ni miʼaawa, lafees ni fayyisa.+