Faarfannaa 40:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Waaqa koo, fedhii kee raawwachuun na gammachiisa.*+ Seerri kees garaa koo keessa jira.+ Faarfannaa 119:97 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 97 Seera kee baayʼee nan jaalladha!+ Guyyaa guutuu isa irratti nan yaada.*+