LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 2:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Hamoonni garuu lafa irraa ni buqqifamu,+

      Gantoonnis ishii irraa ni balleeffamu.+

  • Fakkeenya 25:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Meetii irraa xurii balleessi,

      Innis guutummaatti kan qulqullaaʼe taʼa.+

       5 Nama hamaa mootii duraa balleessi,

      Teessoon isaas qajeelummaadhaan jabaatee ni dhaabbata.+

  • Hisqiʼel 22:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Yaa ilma namaa, manni Israaʼel anaaf akkuma kosii gatii hin qabnee taʼaniiru. Hundi isaanii iyyuu sibiila diimaa, qorqorroo, sibiilaa fi sibiila irsaasii iddoo ibiddaa keessa jiru dha. Isaan xurii meetii keessaa baʼu taʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi