1 Mootota 2:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Achiis mootichi Shimeʼiidhaan akkana jedhe: “Wanta hamaa abbaa koo Daawit irratti raawwatte hunda garaan kee ni beeka;+ Yihowaanis wanta hamaa sana mataa keetti ni deebisa.+ 1 Mootota 2:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Achiis mootichi Benaayaa ilma Yehoyaadaa ni ajaje; innis gad baʼee Shimeʼii rukutee ajjeese.+ Akka kanaan, mootummichi harka Solomoon keessatti ni jabaate.+ Fakkeenya 20:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan mootii ni eegu;+Jaalala amanamaadhaanis teessoo isaa ni tursa.+ Fakkeenya 29:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Mootiin haqaan hiyyeeyyiidhaaf yommuu murtii kennu,+Yeroo hundumaa teessoon isaa amansiisaa taʼa.+
44 Achiis mootichi Shimeʼiidhaan akkana jedhe: “Wanta hamaa abbaa koo Daawit irratti raawwatte hunda garaan kee ni beeka;+ Yihowaanis wanta hamaa sana mataa keetti ni deebisa.+
46 Achiis mootichi Benaayaa ilma Yehoyaadaa ni ajaje; innis gad baʼee Shimeʼii rukutee ajjeese.+ Akka kanaan, mootummichi harka Solomoon keessatti ni jabaate.+
28 Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan mootii ni eegu;+Jaalala amanamaadhaanis teessoo isaa ni tursa.+
14 Mootiin haqaan hiyyeeyyiidhaaf yommuu murtii kennu,+Yeroo hundumaa teessoon isaa amansiisaa taʼa.+