Faarfannaa 69:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan gaarii waan taʼeef, deebii naaf kenni.+ Akka baayʼina gara laafina keetti gara kootti garagali,+
16 Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan gaarii waan taʼeef, deebii naaf kenni.+ Akka baayʼina gara laafina keetti gara kootti garagali,+