LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 119:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  34 Seera kee akkan hojii irra oolchuuf,

      Garaa koo guutuudhaanis akkan isa eeguuf,

      Hubannaa naaf kenni.

  • 2 Ximotewos 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Wantan dubbadhuuf yeroo hundumaa xiyyeeffannaa kenni; Gooftaan wantoota hundumaa irratti hubannaa siif kenna.

  • Yaaqoob 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu;+ sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin* nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna,+ isaafis ni kennama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi