Faarfannaa 119:105 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 105 Dubbiin kee miila kootiif ibsaa,Daandii kootiifis ifa dha.+ Fakkeenya 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+ 2 Qorontos 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+ 2 Pheexiros 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, nuti dubbii raajii caalaatti mirkanaaʼaa taʼe qabna; isinis akka ibsaa+ iddoo dukkanaa keessatti (hanga lafti bariʼee bakkalchi+ baʼutti), garaa keessan keessatti ifuutti dubbii raajii kanaaf xiyyeeffannaa kennuun keessan gaarii dha.
23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+
6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+
19 Kanaafuu, nuti dubbii raajii caalaatti mirkanaaʼaa taʼe qabna; isinis akka ibsaa+ iddoo dukkanaa keessatti (hanga lafti bariʼee bakkalchi+ baʼutti), garaa keessan keessatti ifuutti dubbii raajii kanaaf xiyyeeffannaa kennuun keessan gaarii dha.