Faarfannaa 19:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Tajaajilaa kee gochawwan of tuulummaadhaan raawwataman irraa eegi;+Isaan akka na moʼan hin heyyamin.+ Anis guutuu nan taʼa,+Cubbuu ija jabinaan raawwatamu* irraas walaba nan taʼa. Roomaa 6:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, isin kajeellaa fooniitiif akka hin ajajamneef, cubbuun qaama keessan isa duʼu+ irratti mootii taʼuu isaa akka itti fufu hin heyyaminaa.
13 Tajaajilaa kee gochawwan of tuulummaadhaan raawwataman irraa eegi;+Isaan akka na moʼan hin heyyamin.+ Anis guutuu nan taʼa,+Cubbuu ija jabinaan raawwatamu* irraas walaba nan taʼa.
12 Kanaafuu, isin kajeellaa fooniitiif akka hin ajajamneef, cubbuun qaama keessan isa duʼu+ irratti mootii taʼuu isaa akka itti fufu hin heyyaminaa.