LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yihowaanis, “Magaalattii, jechuunis Yerusaalem keessa darbiitii adda namoota wantoota jibbisiisoo magaalattii keessatti raawwatamaa jiran+ hundumaatiin kan kaʼe gaddaa fi aadaa jiran+ irratti mallattoo godhi” isaan jedhe.

  • 2 Pheexiros 2:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Loox nama qajeelaa isa addaggummaa* namoonni hamoon raawwatanitti baayʼee dhiphachaa ture sana garuu oolcheera;+ 8 sababiin isaas, namni qajeelaan sun yommuu isaan gidduu jiraachaa turetti, gocha hamaa isa arguu fi isa dhagaʼu sanaan kan kaʼe lubbuu* isaa isa qajeelaa baayʼee dhiphisee ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi