LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 10:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis, “Anaa wajjin kottuutii, warra Yihowaa mormaniif akkan hin obsine* ilaali”+ isaan jedhe. Kanaafuu, isaan inni gaarii fardaa waraanaa isaatiin isaa wajjin akka deemu godhan. 

  • Faarfannaa 69:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Hinaaffaan ani mana keetiif qabu na gube,+

      Arrabsoon warra si arrabsanii ana irras ni gaʼe.+

  • Yohaannis 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo kanatti barattoonni isaa, “Hinaaffaan ani mana keetiif qabu na guba”+ jedhamee isa barreeffame sana yaadatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi