Faarfannaa 12:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dubbiin Yihowaa qulqulluu dha;+Akka meetii iddoo ibiddaa suphee irraa tolfame* keessatti qulqulleeffametti siʼa torba kan qulqulleeffame dha. Faarfannaa 119:160 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu.
6 Dubbiin Yihowaa qulqulluu dha;+Akka meetii iddoo ibiddaa suphee irraa tolfame* keessatti qulqulleeffametti siʼa torba kan qulqulleeffame dha.
160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu.