-
1 Saamuʼel 24:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yihowaan abbaa murtii taʼee anaa fi si gidduutti murtii haa kennu; dhimma koo ilaalee anaaf haa falmu;+ inni anaaf murtii haa kennu; harka kee jalaas na haa oolchu.”
-
-
Faarfannaa 43:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Nama nama gowwoomsuu fi jalʼaa taʼe irraa na oolchi.
-