Faarfannaa 35:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yaa Yihowaa, dhimma seeraa koo irratti warra na morman naaf falmi;+Warra naan lolan loli.+ Fakkeenya 22:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+23 Sababiin isaas, Yihowaan ofuma isaatiin isaaniif ni falma,+Warra isaan gowwoomsanis ni ajjeesa.*
22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+23 Sababiin isaas, Yihowaan ofuma isaatiin isaaniif ni falma,+Warra isaan gowwoomsanis ni ajjeesa.*