-
Iyyaasuu 24:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, Iyyaasuun sabichaan, “Isin fedhii keessaniin of irratti ragoota taataniittu; ofuma keessaniinis Yihowaa tajaajiluu filattaniittu”+ jedhe. Isaanis deebisanii, “Nuti ragoota dha” jedhan.
-