LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Jireenyaa fi duʼa, eebbaa fi abaarsa si dura akkan kaaʼe+ harʼa samii fi lafa si irratti ragoota godhee nan dhiheessa; atii fi sanyiin kee+ akka jiraattaniif jireenya filadhu;+ 20 kanas kan gootu, Waaqa kee Yihowaa jaallachuudhaan,+ sagalee isaa dhagaʼuudhaan, akkasumas isatti maxxanuudhaani;+ sababiin isaas, inni jireenya kee ti; biyya Yihowaan abbootii kee Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf kakate keessattis bara dheeraa kan si jiraachisu isa dha.”+

  • 1 Mootota 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Achiis Eeliyaas namoota sana hundatti dhihaatee, “Hamma yoomiitti yaada lamaan* okkoltu?+ Yihowaan Waaqa dhugaa yoo taʼe, isa duukaa buʼaa;+ Baʼaal Waaqa dhugaa yoo taʼe immoo isa duukaa buʼaa!” isaaniin jedhe. Namoonni sun garuu waan tokko illee isaaf hin deebisne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi