LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 46:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+

      Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+

  • Isaayyaas 41:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan, isa harka kee mirgaa qabee,

      ‘Hin sodaatin. Ani sin gargaara’ siin jedhu sana dha.+

  • Ermiyaas 20:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+

      Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+

      Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu.

      Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+

  • Ibroota 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, ija jabina guddaadhaan, “Yihowaan* gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?”+ jenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi