LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 6:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Daawitii fi guutummaan mana Israaʼel ililchaa+ fi sagalee xurumbaa dhageessisaa+ Taabota+ Yihowaa fidaa turan.

  • Faarfannaa 27:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Wanta tokko Yihowaa nan gaafadha,

      Isas hawwiidhaan nan eeggadha,

      Innis bara jireenyaa koo hundumaatti mana Yihowaa keessa jiraachuu,+

      Gaarummaa Yihowaa arguu,

      Mana qulqullummaa* isaas dinqisiifannaadhaan* ilaaluu dha.+

  • Faarfannaa 42:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Wantoota kana nan yaadadha, lubbuu* koos nan dhangalaasa,

      Sababiin isaas, yeroo tokko namoota hedduu wajjin nan deeman ture;

      Sagalee gammachuu fi sagalee galataatiin,

      Sagalee namoota hedduu ayyaana kabajaniinis,+

      Isaan dura buʼee ulfinaan* gara mana Waaqayyoo nan deeman ture.

  • Faarfannaa 84:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa kuma bakka kan biraa jiraachuu irra guyyuma tokko mooraa kee keessa ooluu wayya!+

      Dunkaanota hamminaa keessa jiraachuu mannaa

      Gubanii balbala mana Waaqa kootii bira dhaabbachuun filadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi