-
Keessa Deebii 16:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ati, ilmi kee, intalli tee, garbichi kee, garbittiin tee, Leewwonni, namni biyya ormaa, daaʼimni abbaa hin qabnee fi dubartiin abbaan manaa irraa duʼe, warri magaalota kee keessa jiran yeroo ayyaanaa kee kanatti gammadaa.+
-
-
2 Seenaa Baraa 30:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis guutummaan gumichaa guyyaa dabalataa torbaaf ayyaanicha kabajuuf murteesse; kanaafuu, isaan guyyaa dabalataa torbaaf gammachuudhaan ayyaanicha kabajan.+ 24 Hisqiyaas mootiin Yihudaa gumichaaf qotiyyoo 1,000 fi hoolota 7,000 ni gumaache; bulchitoonni immoo gumichaaf qotiyyoo 1,000 fi hoolota 10,000 ni gumaachan;+ luboonni lakkoofsi isaanii hedduu taʼes of qulqulleessan.+
-