LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 30:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Namoonni sun hundi* ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaanii fudhatamuu isaaniitti baayʼee aaruu isaaniitiin kan kaʼe, dhagaadhaan isa tumuuf mariʼachaa waan turaniif Daawit baayʼee dhiphate. Haa taʼu malee, Daawit gargaarsa Waaqa isaa Yihowaatiin of jajjabeesse.+

  • Faarfannaa 62:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 62 Dhugumaan, ani calluma jedhee Waaqayyoon nan eeggadha.

      Fayyinni koo isa biraa dhufa.+

  • Isaayyaas 30:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan, Inni Qulqulluun kan Israaʼel,

      “Isin gara kootti deebiʼuu fi boqochuudhaan ni ooltu;

      Tasgabbaaʼuu fi anatti amanamuudhaanis jabina ni argattu”+ jedha.

      Isin garuu tole hin jenne.+

  • Faaruu Ermiyaas 3:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Fayyina Yihowaan argamsiisu calluma jedhanii* eeggachuun+ gaarii dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi