LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yeroo dhiphina kootti Yihowaa nan waammadhe,

      Gargaarsa argachuufis irra deddeebiʼee gara Waaqa kootti nan iyyadhe.

      Innis mana qulqullummaa isaa keessa taʼee sagalee koo dhagaʼe,+

      Iyyi ani gargaarsa argachuuf dhageessises gurra isaa ni gaʼe.+

  • Faarfannaa 31:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yaa Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.+

      Matumaa qaaniin na irra hin gaʼin.+

      Qajeelummaa keetiin kan kaʼe na oolchi.+

  • Faarfannaa 31:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi.

      Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+

  • Faarfannaa 34:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+

      Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+

  • Faarfannaa 143:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Guyyoota durii nan yaadadha;

      Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala;+

      Fedhii guddaadhaan hojii harka keetii irratti nan yaada.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi