-
Faarfannaa 22:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isaan gara keetti ni iyyatan, ni oolanis;
Sitti ni amanaman, hin qaanofnes.+
-
-
Roomaa 10:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kitaabni Qulqulluun, “Namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedha.+
-