Isaayyaas 28:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, ani Xiyoon keessa dhagaa qorame+ tokko buʼuura godhee nan kaaʼa;Inni dhagaa golee gatii guddaa qabuu+ fi buʼuura+ amansiisaa taʼe dha. Namni isatti amanu kam iyyuu hin rifatu.+ Roomaa 9:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 kunis akkuma, “Kunoo, ani dhagaa gufachiisuu fi kattaa kuffisu Xiyoon keessa nan kaaʼa;+ haa taʼu malee, namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedhamee barreeffametti dha.+
16 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, ani Xiyoon keessa dhagaa qorame+ tokko buʼuura godhee nan kaaʼa;Inni dhagaa golee gatii guddaa qabuu+ fi buʼuura+ amansiisaa taʼe dha. Namni isatti amanu kam iyyuu hin rifatu.+
33 kunis akkuma, “Kunoo, ani dhagaa gufachiisuu fi kattaa kuffisu Xiyoon keessa nan kaaʼa;+ haa taʼu malee, namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedhamee barreeffametti dha.+