LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 9:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 kunis akkuma, “Kunoo, ani dhagaa gufachiisuu fi kattaa kuffisu Xiyoon keessa nan kaaʼa;+ haa taʼu malee, namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedhamee barreeffametti dha.+

  • Roomaa 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kitaabni Qulqulluun, “Namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedha.+

  • 1 Pheexiros 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sababiin isaas, isin dhagaa isa jiraataa sanatti dhihaattaniittu; namoonni kan isa tuffatan taʼus,+ Waaqayyo isa filateera, isa durattis gatii guddaa qaba;+

  • 1 Pheexiros 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kitaabota Qulqulluu keessatti, “Kunoo, ani Xiyoon keessa dhagaa filatamaa, dhagaa golee buʼuuraa gatii guddaa qabu nan kaaʼa; namni isatti amanu kam iyyuu matumaa hin qaanaʼu”*+ jedhameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi