2 Saamuʼel 15:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Mootichi garuu Saadoqiin akkana jedhe: “Taabota Waaqa dhugaa gara magaalattiitti deebisi.+ Yihowaa duratti fudhatama yoon argadhe, inni achitti na deebisee Taabotichaa fi bakka Taabotichi jiraatu akkan argu ni godha.+ Faarfannaa 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,Mootii koo muudeera”+ jedha.
25 Mootichi garuu Saadoqiin akkana jedhe: “Taabota Waaqa dhugaa gara magaalattiitti deebisi.+ Yihowaa duratti fudhatama yoon argadhe, inni achitti na deebisee Taabotichaa fi bakka Taabotichi jiraatu akkan argu ni godha.+