Baʼuu 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+ Mulʼata 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+
11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+
3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+