1 Mootota 8:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yommuu luboonni iddoo qulqulluu sanaa gad baʼanitti duumessichi+ mana Yihowaa ni guute.+ 11 Ulfinni Yihowaa mana Yihowaa waan guuteef, duumessichaan kan kaʼe luboonni achi dhaabbatanii tajaajiluu hin dandeenye.+
10 Yommuu luboonni iddoo qulqulluu sanaa gad baʼanitti duumessichi+ mana Yihowaa ni guute.+ 11 Ulfinni Yihowaa mana Yihowaa waan guuteef, duumessichaan kan kaʼe luboonni achi dhaabbatanii tajaajiluu hin dandeenye.+