LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 5:11-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yommuu luboonni iddoo qulqulluu sanaa gad baʼan (sababiin isaas, luboonni achitti argaman hundi gareen isaanii maal iyyuu yoo taʼe,+ of qulqulleessanii turan),+ 12 faarfattoonni Leewwotaa+ warri kan Asaaf,+ kan Hemaan,+ kan Yedutuun,+ akkasumas kan ilmaan isaanii fi kan obboloota isaanii taʼan hundi huccuu baʼeessa uffatanii, siimbaalii,* meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaa qabatanii turan; isaan iddoo aarsaa irraa gara bahaatti dhaabbatanii turan; isaanii wajjinis luboonni malakata afuufan 120ni jiru turan.+ 13 Yeroo warri malakata afuufanii fi warri faarfatan tokkummaadhaan Yihowaa jajatanii fi galateeffatanitti, akkasumas yeroo isaan sagalee malakataa, sagalee siimbaalii fi sagalee meeshaawwan muuziqaa dhageessisanii, “Inni gaarii dha; jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata”+ jedhanii Yihowaa jajanitti, manichi, jechuunis manni Yihowaa duumessaan ni guutame.+ 14 Ulfinni Yihowaa mana Waaqa dhugaa waan guuteef, duumessichaan kan kaʼe luboonni achi dhaabbatanii tajaajiluu hin dandeenye.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi