LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 7:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Solomoon kadhannaa isaa akkuma xumureen,+ ibiddi samii irraa buʼee+ aarsaa gubamuu fi aarsaawwan kan biroo ni nyaate; ulfinni Yihowaas manicha ni guute.+ 2 Ulfinni Yihowaa mana Yihowaa guutee waan tureef, luboonni gara mana Yihowaatti seenuu hin dandeenye.+

  • Hisqiʼel 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ulfinni Yihowaas+ kiruubelota sana irraa kaʼee gara gubanii balbala manichaatti ni deeme; manichis suutuma suuta duumessaan guutame;+ mooraan sunis ifa ulfina Yihowaatiin guutame.

  • Mulʼata 21:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ulfinni Waaqayyoo waan ishiidhaaf ibsuuf,+ Hoolichis ibsaa ishii waan taʼeef,+ aduunis taate addeessi ishiidhaaf ibsuun isaan hin barbaachisu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi