26 Achiis Daawit bakka sanatti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheesse; Yihowaas ni waammate; innis yeroo kanatti aarsaawwan iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sana irra jiran gubuuf samii irraa ibidda erguudhaan deebii isaaf ni kenne.+