-
Leewwota 9:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Dhuma irrattis Musee fi Aaron gara dunkaana walgaʼichaatti seenanii achii erga baʼanii booda sabicha eebbisan.+
Yeroo kanatti ulfinni Yihowaa guutummaa sabichaatti ni mulʼate;+ 24 achiis ibiddi Yihowaa biraa baʼee+ aarsaa gubamuu fi cooma iddoo aarsaa irra jiru sana nyaachuu jalqabe. Guutummaan sabichaas yommuu kana argan gammachuudhaan iyyuu jalqaban; achiis adda isaaniitiin lafatti gombifaman.+
-