34 Duumessi sun dunkaana walgaʼii ni uwwise; ulfinni Yihowaas godoo qulqulluu sana ni guute.+ 35 Duumessi sun dunkaana walgaʼii irra waan tureef, akkasumas ulfinni Yihowaa godoo qulqulluu sana guutee waan tureef, Museen achi keessa seenuu hin dandeenye.+