Roomaa 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Qoonqoon isaanii awwaala baname dha; arraba isaaniitiin gowwoomsaniiru.”+ “Summiin buutii afaan isaanii keessa jira.”+ Yaaqoob 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, namni arraba madaqsuu dandaʼu tokko illee hin jiru. Arrabni kan hin toʼatamne, miidhaa kan geessistuu fi summii nama ajjeesuun kan guutamte dha.+
13 “Qoonqoon isaanii awwaala baname dha; arraba isaaniitiin gowwoomsaniiru.”+ “Summiin buutii afaan isaanii keessa jira.”+
8 Haa taʼu malee, namni arraba madaqsuu dandaʼu tokko illee hin jiru. Arrabni kan hin toʼatamne, miidhaa kan geessistuu fi summii nama ajjeesuun kan guutamte dha.+